Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee har’a gaggeessen muudama miseensaa boordii Tajaajila Oduu Itoophiyaa raggasiseera.

58

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (TOI)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee har’a gaggeessen muudama miseensaa boordii Tajaajila Oduu Itoophiyaa raggasiseera.

Bu’uruma kanaan:-

  1. Dooktar Abrahim Balaay- walitti qaba
  2. Dooktar Biqilaa Hurrisaa- miseensa
  3. Obbo Xaahir Mahaammad- miseensa
  4. Gargaraa piroofeesaraa Maakuriyaa Maakaashaa- miseensa
  5. Aadde Sahaarallaa Abdulaahii- miseensa
  6. Obbo Abannaat Zaarfuu- miseensaa
  7. Obbo Saayifuu Darribee- barreessaa miseensa boordii Tajaajila Oduu Itoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015