Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaasalitti pirojektiin jallisii birrii miliyoona 64 xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’ee.

62

Finfinnee,Amaj.06/2013(TOI)-Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaasalitti pirojektiin jallisii birrii miliyoona 64 xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’ee.

Eebba kana irratti Pirezedaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Agenyawu Tashaagariifii Ministiirri Ministeera Aadaafii Turiizimii Dr. Hiruut Kaasawu argamanii jiru.

Jallisiin kun lafa heektaara 350 misoomsuu danda’a jedhameera.Kanaanis qonnaan bultoonni 750 fayyadamoo ta’u jedhameera.

Bara kana naannichatti pirojektootni jallisii lafa heektaara kuma 2fi 955 misoomsuu danda’an hojjetamaa akka jirus

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015