Gondor kaabaa magaala Dabaarqitti , Manni Barnootaa Sadarkaa lammaffaa Waajjira Giifti Duree Aadde Zinnaash Taayyaachoon birri miiliyoona 13.8 ijaarame guyyaa har’aa ni eebbifamera.

49

Finfinnee,Amajjii 05/2013(TOI)- Gondor kaabaa magaala Dabaarqitti , Manni Barnootaa Sadarkaa lammaffaa Waajjira Giifti Duree Aadde Zinnaash Taayyaachoon birri miiliyoona 13.8 ijaarame guyyaa har’aa ni eebbifamera.

Eebbaa mana barnoota kanarrattis giifti duree Aaddee Zinnaash Taayyaachoo, Pireezidantii naannoo Amahaaraa Obbo Aganyoo Tashaagar dabalatee hoggantoonni naannoo fi federaalaa biroon argamaniru.Manni barnoota sadarkaa lammaffaa Dabaarqi kun manneen barnoota Waajjira Giiftii dureen ijaramanii xummuraman keessa isaa 6ffadha jedhamera.

Manneen barnoota waajjira giiftii dureen ijaramaa jiran biroonis yeroo dhihootti naannoolee adda addaa keessaatti ni eebbifamu jedhamera.

Manni barnoota Dabaarqi sadarkaa lammaaffaa kun ji'a dhufu irraa jalqabee baratoota simatee barsiisuu ni jalqaba jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015