Seekkooturee dabalatee hoggantoota olaanoo garee juntaa 4 irratti tarkaanfiin fudhatam

79

Finfinnee, Muddee 29, 2013 (TOI) - . Seekkooturee Geetaachaw dabalatee hoggantoonni olaanoo garee juntaa 4 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Birgaadeer jeneraal Tasfaayeen ibsaniiru.

Hoggantoonnii juntaa tarkaanfiin irraatti fudhatame arfanis,

1. Dubbiin Himaan garee Juuntaa Seekkooturee Geetaachaw

2. Zara'ay Asaggadoom, hojii gaggeessaa EBC fi daayreektara olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastiing Itoophiyaa kan turan

3. Abbabaa Asaggadoom, itti gaafatamaa Dimtsa Wayyaanee kan turan

4. Daani'eel Asaffaa hogganaa Biiroo Faayinaansii naannoo Tigraay kan turan konkolaachiiftootaa fi eegdoota isaaniin waliin raayyaa ittisa biyyaan tarkaanfiin irrati fudhamuu Birgaadeer Jeneraal Tasfaayeen himaniiru.

Hoggantoonni olaanoo garee Juuntaa 9 immoo too'annoo jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeeraa jeneraal Tasfaayee Ayyaalew ibsaniru.

Hoggaantoonnii kunis,

1. Aaddee Quduusaa Naggaa Afaaya'ii duraanii naannichaa

2. Doktar Salaamoon Kinddee Hoogganaa duraanii biiroo misooma magaalaa naanno Tigiraay

3. Obbo Takilaawayin Asaffaamiraat miseensa hojii raawwachiiftuu naannicha.

4. Obbo Gabramadiin Tawaldee hoggaanaa biiroo daldaalaa naannichaa duraanii kan turan

5. Obbo Waldagoorgis Dastaa hoggaanaa daandii fi Geejibaa naannichaa kan duraanii

6. Abaasaadar Abaadii Zamuu Sudaanitti Ambaasaadara Itoophiyaa kan turan.

7. Obbo Teediroos Hagoos Akaadaamii hoggansaa Mallasittii pireezidaantii kan turanii fi Hogganaa boordii Iffarti.

8. Aaddee Mirat Takilaay mana maree naannichaatti gorsituu dhimma seeraa kan turte.

9. Obbo Biraahanee Adam Mahaamad

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015