Itiyoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasaniifi hawaasaa naannoo jijjiiruu danda'an hedduu qabdi jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

151

Finfinneen Mudde 21/ 2013(TOI) -Itiyoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasaniifi hawaasaa naannoo jijjiiruu danda'an hedduu qabdi jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Warqee, sibiilota, pootaashii, taantaalamii, sinper, eemeraaldiifi ooppaaiin kanneen keessaa muraasadha jedha fuula feesbuukii isaanirratti.

Humna biyyaalessaa oomishuuf nu dandeessisu uumuudhaan, humna gabaa alaafi sharafa alaa argachuu keenya ni cimsinas jedhan Dr.Abiyyi.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015