Manni marichaa mirga himatamuu dhabuu miseensota 4 kaase

59

Finfinne Muddee 20/2013(TOI)- Manni Maree Naanoo Benishangul Gumuuz Yaa'ii arifachiisaa har'a magaalaa Asoosatti geggeesen mirga himatamuu dhabuu miseensota 4 kaase.

Namoonni mirgi himatamuu dhabuu irraa mulqame Obboo adiggoo Amsaayyaa,obboo Shifarraa Callibboo,obboo Girmaa Maanii fi obboo Araggaa Balbiidii dha.

Mirgi himatamu dhabuu misensota kanaa sagalee guutuun mulqamuu ibsame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015