Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan ifoome

75

Finfinnee, Muddee 12/ 2013 (TOI) – Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan ifoome.

Dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qooduu danda’aan irratti sagantaa qopheessuu Ministeerri Dhimma Dubartoota ,Daa'immanii fi Dargaggoota beeksise.

Sagantaa kunis ifaa kan ta’ee bakka Preezdaantiin Saahilwarq Zawdee argamanitti.

Shaaraataan Addisitti ifa kan ta’e kaayyoon sagantichas dubarttoonni hojii isaaniin milkaa’an muuxannoo isaanii dubartootaa shammaran ta’anii fi dhaabbilee barnootaa olaanaa seenaniif akka qoodanifi akka barsiisaan ta’uu ibsameera.

Dubartoonni hojii isaaniitiin milkaa’an kunis dubartootaa filaman waliin tokko tokkon wal argun muuxannoo qoodufi jedhameera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015