parkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laate. - ENA Afaan Oromoo
parkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laate.
69
Finfinnee, Sadaasa 26/2013 (TOI) - Paarkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laate.
Paarkiin Tokkummaa ogeessoota ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaaf gumaacha isaani bahataniif beekkamtii fi badhaasa laachuu beeksise.
Oggeessoonni ijaarsa bakka jireenyaa bineeldootaa to’achuun, bineeldoota gara bakka jireenyaa isaaniif qophaa’etti glachuu fi leenjisuudhaani badhaasichi kan laatameefi.