Ayyaannii guyyaa sabaf sablammoota itoophiyaa sadrkaa naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira.

145

Finfinnee, Sadaasa,24/2013(TOI)-Ayyaannii guyyaa sabootafi sablammoota Itoophiyaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira.

Sirnicha irratti pirezedaantii mootummaa naannoo Oromiyaa dabalatee Pirezidaantii naannoo Benishangul Gumuuz,akkasumas anga'oonni naannoo saboota, sablammoota fi uummattoota kibbaa fi Gaambeellaa argamanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015