ormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu akka Oromiyaatti Sadaasa 30 hanga Mudde 2 bara 2013tti kan kennamu ta’uun ibsame. - ENA Afaan Oromoo
ormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu akka Oromiyaatti Sadaasa 30 hanga Mudde 2 bara 2013tti kan kennamu ta’uun ibsame.
55
Finfinnee,Sadaasa 19/2013(TO)-Qormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu akka Oromiyaatti Sadaasa 30 hanga Mudde 2 bara 2013tti kan kennamu ta’uun ibsame.
Yeroon qormaanni biyyaalessaa kutaa 12fan itti kennamu gara fuulduraatti kan ibsamu ta’a.
Oolmaa daa’immaniitiin ala naannichatti hojiin baruu barsiisuu Wixata dhufu ni jalqabama.
Kan oolmaa daa'immanii torban lamaaf dheerateera jedhe
Biiroo Barnootaa Oromiyaa.