Jiraattoonni kutaa magaalaa Addis Katamaa fi aanaa Saasiggaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan

63

Finfinnee, Sadaasa 18/2013 (TOI) –Jiraattoonni kutaa magaalaa Addis Katamaa fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.

Magaalaa Finfinneetti jiraattoonni kutaa magaalaa Addiis Katamaa fi naannoo Oromiyaa godina Wallagga Bahaa aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.

Jiraattoonni, daldaltoonni fi abbootiin qabeenyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis raayyaa ittisa biyyaa deeggarsa Birrii miiliyoona 69 akaakuun ammoo Birrii miiliyoona 8 taasisaniiru.

Haaluma wal fakkaatuun jiraattoonni godina Wallagga Bahaa aanaa Saasiiggaa sangootaa 27 raayyaaf ittisaaf deeggarsa laataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015