Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun ergaa ergaman qaqqabsiisaaniiru.

84

Finfinnee, Sadaasa 14/2013(TOI)- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun ergaa ergaman qaqqabsiisaaniiru.

Ambaasaaddar Tashoomaan Toogaa ergaa baga gammaddanii preezdaant Saahilawarq Zawdee preezdaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingiif akkasumaas, ergaa Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yiif ergan kan qaqqabsiisan.

Ergichas Chaayinaatti Ministeera Dhimmaa Alaatti argamuun daayreektara waliigala dhimmota Afrikaa Wu Peengiin qaqqabsiisusaani ragaan Imbaasii Ityoophiyaa Chaayinaatti argamurra arganne ni muul’dhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015