Guyyaan daa’immanii Hawaasaatti kabajamaa jira

63

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (TOI)- Guyyaan daa’immanii akka addunyaatti yeroo 31ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 15ffaaf naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira.

Ayyanichi mata duree ‘dhaaloota qaruun biyyaa ni ijaarraa’ jedhun kabajamaa kan jiru.

Ayyaanichi sadarkaa biyyooleessaatti Sadaasaa 9, 2013 irraa eegalee naannoo Sidaamaatti qophiilee garaagaraan kabajamaa tureera.

Guyyaa har’as sagantaan xumuraa magaalaa Hawaasaa galma Barkumeetti kabajamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015