ABUT Tigraayitti madfii dhukaasuun lammiilee nagayaa miidhaa jira jedhe Ajajni Kibbaa

85

Finfinnee Sadaasa 10/2013(TOI)- Gareen badii ABUT rayyaa ittisa biyyaa ajaja Kaabaarratti miidhaa qaqqabsiisee taankota hate gatee baqachaa jiraachuu ajaja Kibbaatti qindeessaan humna namaa fi miidiyaa Koloneel Dajanee Tsaggaayeen himaniiru.

Rukuttaa raayyaa ittisa bayyaarraa irra ga'u dadhabnaan lammiilee nagayaarratti madfii dhukaasuun midhaa qaqqabsiisaa jira jedhan.

Taankota t-72 lakkoofsan 2 ta'anii fi meeshaalee biroo gatee caccabaa jiraachuus eeraniiru.

Garichi bakka da'atee baafnee seeratti dhiyeessuuf hojjechaa jirras jedhan

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015