Jiraattoonni godina dawroo miidhaa gareen ABUT dhaqabsiise mormuun hiriira bahan - ENA Afaan Oromoo
Jiraattoonni godina dawroo miidhaa gareen ABUT dhaqabsiise mormuun hiriira bahan
45
Finfinnee Sadaasa 10/2013(TOI)- jiraattonni godina dawroo miidhaa humni ABUT dha1qabsiise mormuun hiriira deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf qaban magaalaa Tarcaatti geggeessaa jiru.
Jiraattonni aanaalee 10 godina dawroo fi magaalaa tarcaa hirira kana irratti hirmaachaa jiru.
Hirirtonni olantummaa seeraa kabachiisuuf tarkaanfii mootummaan fudhatuakka deeggaran ibsan.
Gareen kun diina biyya baleessuf socho’u waan ta’eef mootummaa cinaa dhaabbannee garee kana ni morminas jedhan.
Qondaltonni waraanaa naannoo kibbaa jiran hiriira kana irratti hirmaatanii jiru.