Lammiileen Itiyoophiyaa 273 Sa'ud Araabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an.

54

Finfinnee, Sadaasa,02,2013(TOI)- Lammiileen Itiyoophiyaa 273 Sa'ud Araabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an.

Lammiileen Itiyoophiyaa 273 Sa'ud Araabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Jeeddaatti Qonsillaan Itiyoophiyaa beeksiseera.

Lammiilee gara biyyaatti deebi’an kanneen keessaa 134 ijoollota ,137 dubartootaafi 2 da’immani jedhameera.

Waajjirri Qonsilichaa qaamoolee Sa’udii keessaa dhimmi ilaallatu waliin ta’uun carraqqii taasiseen lammiileen mana hidhaa Jiddaatti argamuu, Shemeesi jedhamuu keessa bahuun gara biyyaatti akka deebi’an taasifameera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015