Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'ootaa fi hojjettoonni waajjira isaanii mata duree dhiiga keenya lammii koof jedhuun dhiiga arjooman

81

Finfinnee Onkololeessa 30/2013(TOI)- Afa-yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota fi itti aantuu Afa-yaa'ii dabalatee miseensonni mana maree bakka bu'ootaa sagantaa baankiin dhiigaa isaanif mijeessen dhiiga arjooman.

kaayyoon isaa hanqina dhiigaa sababa weerara koronaan mudate bakka buusuuf waamicha baankiin dhiigaa biyyalessaa godheef deebii laachufi jedhan ministirri fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa wayta sagnticha egalchiisan.
maddi fuula fecbook waajjira mana mareeti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015