Naannoon Tigiraayi Balallii Xiyyaaraa kamiifuu cufaa ta’e - ENA Afaan Oromoo
Naannoon Tigiraayi Balallii Xiyyaaraa kamiifuu cufaa ta’e
61
Finfinnee Onkololeessa 27/2013(TOI)-.Naannoon Tigiraayi Balallii Xiyyaaraa kamiifuu cufaa waan ta'eef xiyyaarri kamiyyu akka hin balaliine, Abbaan Taayitaa Sivilaaveeshinii Itoophiyaa beeksise.
Onkoloolessa 25 bara 2013 eegalee balalliiwwan Xiyyaaraa Idil Addunyaafi Itoophiyaa Kaabaa Naannoon Tigiraayi cufaa akka ta'e Abbaan Taayitichaa ibseera.
Madda:-Ministeera Geejibaati.