Dr.Tewdroos Adhaanom vaayirasii koronaan of shakkuun adda of baasan

66

Finfinnee onkololeessa 23/2013(TOI)- Darektarri olaanaa dhaabbata fayyaa adunyaa Dr.Tewdros Adhaanom nama vayirasii koronaan qabaman waliin tutuqaa waan qabaniif qofaatti of baasanii iddoo tursiisaa jiru.

Doktar Tewdroos yeroo ammaa fayyummaan isaanii haalaa garii keessa kan jiru yoo ta’u mallattoon dhukkubichaa akka irratti hin mullanne karaa fuula tiwitarii isaaniin ibsanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015