Jiilli Pireezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu shawaa kabaa omisha daw'ataa jira

94

Finfinnee Onkololeessa 17/2013(TOI) - Jiilli Pireezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Hidhabuu Abootee ganda Darroo Amuumaa Waajitti Xaafii kilaastaraan faca'e daawwatan.

Aanaadhuma kanatti Ganda Wedlluu Mojoottis Oyiruu muduraa fi kuduraa buna dabalatee oomishamaa jirus daawwachuun hanqinoota qonnaan bulaa muudatu gaafachuun jajjabeessaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015