Namoonni yakka shororkessummaan himataman adabbii umrii guutuun itti murame

54

Finfinnee Onkololeessa 17/2013(TOI)- Namoonni hiriirra deegarsa Dr.Abiyyif waammame irratti boombii darbachuun lubbuu namootaa galafatan hidhaa umrii guutuun adabaman.

Waxabajjii 16/2011 hirira deegarsaa ministira muummee Dr.Abiyyiif waamame irratti boombii darbachuun  lubbuun namoota shanii akka bahu kanneen godhan  namoonni shan himannaa shororkeessummaa irratti banameen adabbii waggaa shanii hanga umrii guutuun itti murtaahe jedha gabasni EBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015