Dooktar Liyaan hospitaala Ispeeshaalaayizdii waliigala Waraabee daawwatan

2111

Finfinnee, Onkololeessaa 17, 2013 (TOI) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan kaleessa hospitalaa Ispeeshaalaayizdii waliigala Waraabee daawwataniiru.

Kayyoon daawwanna isaaniin keenninsa tajaajila hospitaalichatiin bu’aa argamee itti fufsiisuun tajaajila itti aanuuf cimee akka itti fufuufi jedhameera.

Hospitaalichi yeroo amma siree cisichaa 389 kan qabuu yoo ta’uu hawaasaa godina Silxee fi kanneen biroo miiliyoona 5 ta’aaniif tajaajila laachuuf dandeetti akka qabuu ibsameera.