Daandiin Ida’amu garaagarummaa tokkoo malee lammiilee hundaaf kan diirire daandii ifa haaraati; galmi keenyaas badhaadhinaa jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahmad

121

Finfinnee onkololeessa 08,2013(TOI)- Daandiin Ida’amu garaagarummaa tokkoo malee lammiilee hundaaf kan diirire daandii ifa haaraati; galmi keenyaas badhaadhinaa jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahmad.

Badhaadhinni barii dha malee halkani miti; eenyuyyuu hin haguugu; hindhoksuus jechuun Fuula Feesbuuksaanirratti barreessan.

Oriisni garrraamummaan hindhaabbanne, doqnummaan arjoomuun hin gogne, hammeenya gaaruummaan hincabne, garagaraummaan ida’muun hinsuuphamne, gadadoo badhaadhinaan hindhabne akkasumas dharri haqaan hin injifatamne akka hin jirree beekne kutannoo cimaan imala keenya itii fufna jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015