Dr. Aragaawwii Barihee muudama kennameefitti kan gammadan ta’uu ibsan

2290

Finfinnee,Onkololeessa,5,2013(TOI) – Dr. Aragaawwii Barihee muudama kennameefitti kan gammadan ta’uu ibsan.

Dr. Aragaawwii Barihee hoggantoonni Paartiilee morkatootaa gara muudaamaatti dhufun isaanii jijjiirama guddaa biyyaalessaadhas jedhan.

Guyyaa har’aas Daarekteera Olaanaa Qindeessaa Mana Maree Hirmaannaa Uummataa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa ta’uun muudamuu koottis gammadeera jedhan.

Daarekatarri olaanaa mana marichaa Dr. Aragaawwii Barahee Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaatti akka himanitti rakkoolee hidhi haroomsa guddichi qabu hambisuu fi hirmaannaan hawaasaa akka jiraatuuf kutaannoon hojjechuuf qophii ta’uu himaniiru.