Godina Matakkalitti namoota nagaa irratti miidhaa raawwatameef paartileen siyaasaa harka keessaa qabu jedha Komishiniin Poolisii Naannichaa

46

Finfinnee, Onkololeessa,. 05, 2013(TOI)- Naannoo Beenishangul Gumuuzi godina Matakkalitti namoota nagaa irratti miidhaa raawwatamef paartileen siyaasaa harka keessa qabu jedhe Komishiniin Poolisii Naannichaa.

Namoonni shakkaaman 500 ol to’annoo jala kan oolaan yoo ta’uu naannicha gara nagaatti deebisuuf hojiin Koomaandii Posti hojjetamaa jiraachu ibsameera.

Komishinarri Itti Aanaa Komishini Poolisii Naannicha Koomaandar Amsaaluu Irranaa, hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin baane irratti tarkaanfiin akka fudhatamuf hojjetamaa turu dubbataniiru.

Maqaa uummataan kan hundeeffame dhaabbanni Sochii Dimookiraasawa Uummataa Gumuuz jedhamufi paartileen biroo harka akka keessaa qabanis himaniru jedha

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015