Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmadif pirezedaantiin Ertiriyaa Isayyas Afawarqii madda anniisaa koyishaa daw’atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmadif pirezedaantiin Ertiriyaa Isayyas Afawarqii madda anniisaa koyishaa daw’atan
73
Finfinnee Onkololeessa 3/2013(TOI)- Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmadif pirezedaantiin Ertiriyaa Isayyas Afawarqii madda anniisaa koyishaa daw’atan.
Hidhni kun yeroo tokotti anniisaa eletiriikaa MW 2,200 maddisiisuu kan danda’u yoo ta’u waggaatti GW kuma 6 ol omishuu danda’a.
Raawwiin hojii pirojektichaa yeroo ammaa haraka 36 kan xumuurame yoo ta’u guutumatti wayta xumuuramu madda Turizimii akka ta’u eeggama jechuun EBC gabaase.