Warqeen Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu too’atame

95

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (TOI) – Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti Warqeen Birrii miiliyoona 3.4tti tilmaamamu too’atame.

Warqeen hammi isaa Kiiloo giraama 1.4 ta’e Imbaasii Kaameeruun Ityoophiyaatti argamuu gara Ministeera Dhimma Alaa Kaameeruunitti ergaa imaltootaa fakkeesuun alaatti baasuuf wayita socha’aa ture too’atameera.

Gatiin Warqee kanaas gatii Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa wayita ammaa bittaa warqeef baaseen Birrii miiliyoona 3 fi kuma dhibba 4 baasa jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015