Dawwaana Ministera Muummee fi Pirezidaantii Ertiraa

2301

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (TOI) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Pireezidaanti Ertiraa Isaayyas Afawariq waliin hidha madda anniisaa Galgal Gibee 3ffaa daawwatan.

Naannichatti hojiiwwan hojjetamaa jiruu fi qaama pirojeektii “maaddii biyyaaf” kan ta’e adeemsi ijaarsa haroo namtolchees ilaalameera.