Dooktar Abiy Ahimad PIreezdaanti Isaayyaas Afawarqii waliin hojii misooma bunaa daawwataan.

103

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (TOI) – Dooktar Abiy Ahimad Pireezdaanti Isaayyaas Afawarqii waliin hojii misooma bunaa daawwataan.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyaas Afawarqii waliin Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti hojii misooma bunaa qe'ee qonnaan bula adda duree obbo Saabiqoo Abbaa Maccaa jedhamuu daawwataaniiru.

Qonaan bulaa kun buna oyiruu isarraatti omishuun kallatiin qonnan bulaa buna biyya alaatti arguun milka'anidha.

Ministirri Mummuu dooktar Abiy dawwanna kanarratti akka jedhanitti akkuma omishalee biruu bunaas mala qonnaa kilaastaran akka omishamu gara fuula duratti irratti hojjetama.

Pireezidantiin Ertiriyaa Isaayyas Afawariqiis hojii omisha qonna buna Itoophiyaatti argaan kana biyya isaanitti hojjechuuf fedhii akka qaban dubbataniru.

Maddi:- EBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015