Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaataa Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e

50

Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (TOI) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaataa Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e.

Dhaabbatichi kutaalee addunyaa garagaraatti kan argaman beelaa fi hanqina wabii nyaataa hir’isuuf carraaqqii taasiseen badhaasaaf ga’eera jedhamera.

Koreen Nobeelaa Noorwaay wabii nyaataa fi sababa garagaraan jeequmsa nageenyaa hambisuu fi tumsa idila addunyaa cimsuuf kan gargaarudha jedheera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015