Manni barunsaa birri Miiliyoona 21 ijaramee eebbifame.

68

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (TOI)- Giifti Duree aadde Zinnaash Taayyachaawutin godina Walloo kibbaa aanaa Albuukootti manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarame eebbifame.

Ijaarsi mana barumsicha bara 2011 kan eegale.

Sirna eebbichaarrattis Giifti Duree aadde Zinnaash Taayyachaawu dabalatee gaggeessitoonni hojii mootumma olaanoo godinachaa fi jiraattonni naannichaa argamaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015