Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’iisaa har’a ni taa’a jedhame eegama

99

Finfinnee, Fulbaana 28,2013(TOI)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’iisaa har’a ni taa’a jedhame eegama.

Mannii mariicha guyyaa har’aa ajaandaa garaagaraa ni raggasiisaa jedhama eegama.

Ajaandawwan kuneenis,

1.Qaboo yaa’ii bara hojii 5ffaa yaa’ii ariifachiisaa waggaa 4ffaa qorachuun ni raggasiisaa

2. Haasaa baniinsaa Pireezedaantii Saahilawarqi Zawudee Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii yaa’iisaanii bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaarratti taasisaan ni dhageffataa.

3.Labsii Seera daldaalaa qorachuun gara koree dhimmi isaa ilaaltuuttii akka qajeelchuufi akkasumas foyya’insa labsii eksaayis taaksii irratti mar’iachuun gara dhimmaa isaa ilaatatuu ni qajeelcha.

5. Waliigaltee oomishaa nuukileera nageenyaaf fayyadamuuf Mootummaa Itiyoophiyaafi Raashiyaa gidduutti taasifame raggasiisuun gara koree dhimmii isa ilaaltutti ni qajeelcha.

6. Adeemsa seera yakkaafi ragaa qorachuun gara koree dhimmii isaa ilaaltuutti ni qajeelcha jedhame eegama yaa’ii isa guyyaa har’a taa’u irratti.

Maddi:- Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015