Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 178 vaayrasii koroonaan qabamuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise

62

Finfinnee,Fulbaana 27/2013(TOI)-Naannoo Oromiyaatti qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 178 vaayrasii koroonaan qabamuu
Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise.

Naannichaatti sa’aa 24 darbee keessatti qorannoon laabraatoorii namoota 734 hojjetameera.

Oromiyaatti hanga guyyaa har'aatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 12 fi 906 akka qaqqabes himameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015