Giddugala Qorannoo Qonna Bishooftutti Gamoon waajjira fi laboraatoorii sagantaa qorannoo xaafii biyyoolessaa eebbifame

96

Finfinnee, Fulbaana 27,2013(TOI)-Giddugala Qorannoo Qonna Bishooftutti Gamoon waajjira fi laboraatoorii sagantaa qorannoo xaafii biyyoolessaa deeggarsa Ejensii tiraanisfoormeeshinii qonna Itiyoophiyaan ijaarame bakka Ministira Qonnaa Obbo Umar Huseeni akkasumas Mana maree bakka bu'oota uummataatti walitti qabduu koree Dhaabbii Qonnaa ,horsiisee bulaa fi eegumsa naannoo aadde Almaaz Messelee, Daayrekteera olaanaa Inistitiyuutii qorannoo qonna Itiyoophiyaa Dr.Faatoo Ismoo’n eebbifamera

Maddi:- OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015