Ambaasaaddaar Abduullaaziiz Ahimad ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Ambaasaaddaar Abduullaaziiz Ahimad ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin mari’atan
54
Finfinnee, Fulbaana 26/ 2013 (TOI)- Saa’uud Arabiyyatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Abduullaaziiz Ahimad ministeera dhimma alaa Saa’uud Arabiyya daayreektara waaligala dhimmoota Afrikaa ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin dhimma lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaa jiraataan kan rakkoon garaagaraa irra ga’u haala furuun danda’amuurratti mari’ataniiru.
Rakkoowwan lammiilee kanneenirra ga’u yeroo gababatti furuun nageenyii isaanii akka eegamuus waliigalaniiru.