Jijjiiraan nootii birrii, birrii kuma 100 hanga miliyoona 1.5 onkololeessa 6/2013 akka xummuramu Baankiin biyyaleessa Itoophiyaa beekisiseera

99

Finfinnee, Fulbaana 25/2013(TOI)- Jijjiiraan nootii birrii, birrii kuma 100 hanga miliyoona 1.5 onkololeessa 6/2013 akka xummuramu Baankiin biyyaleessa Itoophiyaa beekisiseera.

Uummanis guyyoota 11 hafaan kanatti fayyadamuun baankiiwwan dhihenya isaatti argamanitti maallaqa harkasaa jiru jijiirachuu akka qabu baankiin biyyaalessa Itoophiyaa beekisisera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015