Garbuu biqila biiraa kuntaalaa miliyoona tokkoo fi kuma 300 oomishuuf hojjeetamaa jira

101

Finfinnee Fulbaana 25,2013(TOI)- Garbuu biqila biiraa kuntaalaa miliyoona tokkoo fi kuma 300 oomishuuf hojjeetamaa jira.

Garbuu biqila biiraa akka biyyaatti barbaachisu oomishuun bakka buusuuf hojiin misooma garbuu mala kilaasteraan barana gaggeeffamaa jiru haala gaariirra jiraachuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Ummamaa Oromiyaa beeksise.

Garbuu biqila biiraa akka biyyaatti barbaachisu kuntaala Miliyoona 1.3 Oromiyaatti oomishuun bakka buusuuf hojiin misooma garbuu mala kilaasteraan barana gaggeeffamaa jiru haala gaariirra jira jchuun Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Ummamaa Oromiyaa fuula feesbuuk isarratti barressera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015