Festivaala irrecha nagaa fi badhadhina biyya keenyaaf jedhu magaalaa finfinne hoteela sharatanitti geggeeffame irratti waraqaaleen qorannoo gara garaa sadi dhihaatee irraatti mariyatame

104

Finfinnee fulbaana 22/2013(TOI)- Feestivaala ayyana Irreechaa marsaa lammaffaa bara kaana finfinneetti geggeeffame irratti waraqaleen qoranoo hayyootaan dhihaatee irratis mariyatame.

Qoranooleen maalummaa irreechaa,faayidaa irreechaa fi gahee irreechi guddina fi nageenya biyyaaf qabu irratti fulleeffatu hayyoota gara garaatiin dhihaate.

irreechi calaqqee sirna gadaa keeessaa tokko ta'ee duudhaa dhaloota qaree biyya jabaa ijaaru of keessa qabas jedha qorannoon dhihaate.

Akka qorannoleen kunneen ibsanitti,Irreechi nagaa bu'uuraa,tokkummaa biyyaa ijaaruu,diinagdee guddisuu fi dimokiraasii dagagsuu keessatti gahee guddaa waan qabuuf mootunnis ta'ee qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi ayyanicha beksisuufi kunuunsuun murteessaa ta'uu dhaama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015