Gidduuggalli onnee Ityoophiyaa qorannoo duraa onnee bilisaan taasisuufi

53

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (TOI) – Gidduuggalli onnee Ityoophiyaa waggaa waggaan Fulbaana 19 kan kabajamuu guyyaa onnee idil addunyaa sababeeffachuun guyyoota 3 kan turuu qorannoo duraa onnee bilisaan akka taasisuu beeksise.

Mata duree ‘onneewwan cabaan onneerra ni suphinaa’ jedhuun torbee tokkoof hubannowwan garaagaraan ni yaadataman.

Guyyaan onnee idil addunyaa har’a eegaleera.

Saganticharratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktara Liyaa Taaddasaa, Ministirri Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee Tasfaayee akkasumaas kessummoonni affeeraman argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015