Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii harkaa miiliyoona 6.6 deeggarsa taasise - ENA Afaan Oromoo
Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii harkaa miiliyoona 6.6 deeggarsa taasise
42
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (TOI) – Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii harkaa miiliyoona 6.6 deeggarsa taasise.
Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa haguuggii harkaa miiliyoona 6.6 deeggarsa taasisuu Ameerikaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Fitsuma Araggaa beeksisan.
Weerarri vaayrasii koroonaa erga uumamee as Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa yeroo lammaffaaf deeggarsa taasiseera.
Deeggarsi haguuggii harkaa taasifame kun ogeeyyota yaalaaf karaa ministeera fayyaan akka rabsamu ibsameera.
Tirasti Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa kanaan dura meeshaalee ittisa vaayrsii koronaaf oolan Birri miiliyoona 40n bitee deeggarsa taasisuun isaa ni yaadatama.