Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’qophaahe

124

Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (TOI) – Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama jira.

Boqonnaa itti aanuu Proojaktii Shaggar kan ta’an Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama jira.

Saganticha irratti Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa dabalatee abbootin qabeenyaa fi hoggantoonni olaanoo naannichaa argamaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015