Meeshaleen Kontiroobandii birri miliyoona 18 olti tilmamamuu to'atame - ENA Afaan Oromoo
Meeshaleen Kontiroobandii birri miliyoona 18 olti tilmamamuu to'atame
54
Finfinnee Fulbaana 15/2013(TOI)-Meeshaaleen waraanaa dabalate meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 18 ol tilmaamamu to’atamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Meeshaaleen kunneenis meeshaalee waraanaa,jimaa gogaa,miidhan,tamboofi meeshaaleen kan biroo waliin buufataalee too’annoo Gumruukaa bakka garaagaraatti to’atamu Ministeerrichi ibseera.
Meeshaaleen koontiroobaandii qabamani kunis lakkoofsa gabaatee konkolaata garaagaraattii fayyadamun gara biyyaa keessaa galchuufi baasuu osoo yaalanii buufataalee too’annoo gumruukaatti bakka garaagaraa jiranitti too’annoo jala oolaniiru jedhame.
Namoonni yakkaa kanarratti hirmaatan baay’een isaanii too’atamus Ministeerrii Galiiwwanii ibseera.