Siyaasni Badhaadhinaafi hojiin walitti dhuufeenya ummataa cimuu qaba jedhame

56

Finfinnee Fulbaana 15,2013(TOI) - Siyaasni Badhaadhinaafi hojiin walitti dhuufeenya ummataa akka cimuuf waajjiraaleen Badhaadhinaa tokko ta’uun hojjechu qabu jedhame.

Mariin Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee idil-addunyaafi qunnamtii uummataa naannoolee 9 ,Bulchiinsoota Magaalaafi Hoggantoonni siyaasaafi sab-qunnamtii hawaasaa wal wajjin mari’achaa jiru.

Itti gaafatamaa damee idil-addunyaafii qunnamtii uummataa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Dr. Biqilaa Hurrisaa Bu’uurri paartichaa tokkummaan waan ta’eef waajjiiraleen paartichaa hundi tokko ta’anii sosocha’uu akka qaban himaniiru.

Waajjira Paartii Badhaadhinaarraa Odeeffanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015