waggaa darbe dhaabbileen sabqunnamtii sabdaneessummaa keesummeesuu irratti hanqina guddaatu mudate jedhan ogeeyyin

46

Finfinnee Fulbaana 14/2013(TOI)- waggaa darbe dhaabbileen sabqunnamtii sabdaneessummaa keesummeesuu irratti hanqina guddaatu mudate jedhan ogeeyyin.

Dhaabbileen miidiyaa naamusa ogummaa kabajuun hojjechuu irratti hanqinni tures akka hin dabalamne dubbatan.

Abbaan Taayitaa Birodikaasti Itophiyaa waggaa darbe, biyyattiitti qulqullina,walgeettii,miira itti gafatamummaan kan socho’u,dhaabbilee sabqunnamtii  amansiisaa akka babal’atu darbees human miidiyaalee cimsuuf hojiilee gara garaa hojjechuu ibse.

Abbaan taayitichaa karoora hojii waggaa 10 ifa godhe.

Karoora kana irratti hoggantoonni dhaabbilee sabqunnamtii fi qooda fudhattoonni hirmaatan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015