Buufanni raabsaa humna elektiriikaa Giincii tajaajilaaf qophii ta’e

52

Finfinnee Fulbaana 13/2013(TOI)-Dhaabbata Hindi ‘Larson and Turbo’ jedhamuun kan ijaarramee buufanni raabsaa humna elektiriikaa Giincii kiiloo vooltii 230/15 qabu tajaajilaaf qophii ta’uu ibsameera.

Hoji gaggeessan proojaktiichaa obbo Daawwit G/igzi’aabheer, buufatichi magaaloota naannoo Giinciitti argamaniif humna elektiriikaa ga’aa akka laatu himaniiru.

Buufanni raabsaa Gafarsaa hanga Geediyoonitti diriirfamaan keessaa abbaa kiiloo vooltii 230 dadabarsaa sararaa elektiriika yoo ta’uu, traanisfoormaroonni Ampiir abbaan meeggaa vooltii 50 dhaabameera.

Bara 2008 kan eegalamee proojaktichi waliigala baasii Birrii miiliyoona 67.8 ijjaaramuu ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015