Chaaynatti Afaan Amaaraa sadarkaa digiriin barsiifamuufi

106

Finfinnee Fulbaana 12/2013(TOI)- Chaynatti yunivarsiitiin qorannoo alaa barnoota Afaan Amaaraa digirii duraan kennuu jalqabuufi jedhe.

Sagantaan jalqabbii barnootichaa Chaaynaa Beejingitti geggeeffamaa jiraachuu chaynatti imbaasiin Itoophiyaa beksise.

Barnoonni kun kan keennamu waldeeggarsa yunivarsiitin Finfinee Yunivarsitii Chaaynaa qorannoo dhimma alaa waliin taasiseeni jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015