Itoophiyaatti galmee jechoota seeraa yeroo jalqabaaf qopheessuuf waliigalteen mallateeffame.

71

Finfinnee Fulbaana 12/2013 (TOI)- Itoophiyaatti galmee jechoota seeraa yeroo jalqabaaf qopheessuuf waliigalteen har'a mallateeffame.

waliigaltichaas kan waliif mallateessan Inititiyuutii leenjii fi qoranno seeraa fi haaqaa , Yunivaarsitii Finfinnee fi dhaabbata tola oolaa Jestiis foor oolidha.

Galmee jechoota kana qopheesuuf bajatinii birri miliyoona 4 kan qabameef yoo ta'uu waggaa 3 keessatti xummurama jedhamera.

Galmeen jechoota qopha'uu kun ammaaf afaan Amaahaaraan kan qopha'uu yoo ta'u gara fuula duratti garuu afaanoota biyyatti kaaninis akka qopha'uu eeramera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015