Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan durfamu hojiilee misoomaa daawwachaa jira

81

Finfinnee Fulbaana 09/2013(TOI) - Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan durfamu hojiilee misoomaa daawwachaa jira.

Jilli pirezedaantii naannoo oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu kana irratti ministiroonni fi anga'ooni naannoo oromiyaa hedduun hirmaatanii jiru.

Jilli kun sadrkaa omishni alatti aergamu irra jiruu fi hojiileen omisha alaa galu bakka buusuuf hojjetamaa jiru maalirra akka gahe ilaalufi jedhame.

Omisha kilastaraa,jallisii fi kuduraaf muduraan naannicha keessatti omishamaa jiru sadrkaa irra jiru muuxannoo qooduufis jedhame jechuun OBN gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015