Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Jimmaa jiru

1360

Finfinnee Fulbaana 08/2013(TOI) - Muummeen Dr. Abiyyi Ahimad har’a waaree booda magaalaa Jimmaa galaniiru.

Dr. Abiyyi Ahimad buufata xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar wayita ga’aan Abbootii Gadaa, dureewwan amantaa, jaarsolii biyyaa fi qaamolee hawaasa garagaraan simannaa taasifameefira.

Sirna simannaa kanarratti kennaan kabajaa Dr. Abiyyif laatamusaa odeeffannoon Waajjira Dhimmota Kominiikeeshinii Godina Jimmaarra arganne ni muldhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015