Abbootiin Gadaa kaartaa lafa Hora Finfinnee iddoo Irreechaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee harkaa fudhan

124

Finfinnee Fulbaana 8/2013(TOI)- Bulchiinsi magaala Finfinnee kaartaa lafa iddoo Irreecha hora Finfinnee Abbootii Gadaaf dabarsuun kenne.

Bulchiinsi magaala Finfinnee waggaa darbe ragaa lafa irreechaa iddoo dololloo biddeenaa jedhamu hojetee abbotii gadaaf akka kenu waadaa galee ture.

Haaluma kanaan ragaa kaartaa bakka irreechaa kana kantibaa itti aantu magaalaa finfinnee Adde Adaanecha Abeebee abbootii gadaafi Biiroo Aadaaf Turizimii Oromiyaaf kennanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015